Naannoo Afaar keessatti waraansa humnoota mootummaa Itiyoophiyaa fi humnoota Tigiraay gidduutti baatiilee kudha sagaliif geggeessame irraa dhuka’aan akkuma lafa keessa awwaalametti hafe uummata tikfatee-bulaa duraanuu caamaan rakkatutti rakkoo uumee jira.
Dhukaatonni kun dho’anii ijoollee fi beeladoota jalaa ajjeesuu himatan. Kun ammoo, akka namoonni yeroo caamaa kanatti bishaan waraabbachuu deemuullee sodaatan taasise – jedha, gabaasaan Henrii Wilkins Cifraa irraa erge. Caqasaa.
Your browser doesn’t support HTML5
Affaar Keessatti Dhuka’aan Waraansa Tigiraay Irraa Lafa Keessatti Hafe Jiraattotarra Miidhaa Geessisuun Himame