Walgahiin Igaad Keniyaa Keessatti Gaggeeffamaa JIra

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Walgahiin Igaad Keniyaa Keessatti Gaggeeffamaa JIra

Caamnii naannoo gaanfa Afrikaa mudatee waggoota 40 keessatti hamaa kan ta’e tasgabbii dhabiinsa siyaasaa hammeessa jechuun hoggantoonni Gaanfa Afriikaa akeekkachiisan.

Rakkoo uummata miiliyoona 23 ol miidhu kana to’achuuf gargaarsi namoomaa hatattamaan akka taasifamu gaafachaa jiru.

Gabaasichi kan Mohaammad Yuusufi.