Miseensonni Hawaasa Oromoo Waashinton Diisii fi Naannoo Ishee Ministirii Dhimma Alaa Yunaayitid Iseetis Duratti Hiriira Bahan 

Hiriira mormii iseensonni Hawaasa Oromoo Waashinton Diisii fi Naannoo Ishee Ministirii Dhimma Alaa Yunaayitid Iseetis Durattibahan, Guraandhala 8, 2022

Your browser doesn’t support HTML5

Miseensonni Hawaasa Oromoo Waashinton Diisii fi Naannoo Ishee Ministirii Dhimma Alaa Yunaayitid Iseetis Duratti Hiriira Bahan

Miseensonni hawaasa Oromoo as Waashingten Disii fi naannawa ishee jiraatan, “Mootummaan Itiyoophiyaa waraansa Oormiyaa irratti geggeessaa jira,” ka jedhan balaaleffachuudhaan har’a waajira Ministrii Dhimma Alaa Yunaayitid Isteetis fuul-duratti hiriira bahanii jiran.