Dhalattoonni Tigiraay Smararaa Keessatti Qabamanii Jiran Haalli Isaanii Fooyya’eyyuu Guutummaatti Akka Hin Furamiin Dubbatu  

  • VOA

FAAYILII - Namoota sababa waraanatiin qehee irra abuqahanii buufata Guyaah keessa jiran, Afaar, Caamsaa 17, 2022

Naannoo Affaar mgaalaa Samaraatii kanneen qabaman dhalattoonni Tigraay fooya’ina hanga tokko argamus, amma iyyuu sababaa ho’a hamaa fi dhukkubaatiin, haadhotii fi daa’imman dhibeef saaxilamuu fi du’uun itti fufee jira, jedhu. Gara qe’ee irraa dhufaniitti deebi’uullee gaafataa jiran.

Haaluma wal fakkaatuun sababaa eenyummaa isaaniif guutummaa biyyattii keessaa gara jabinaan hidhamaniiru, ka jedhe dhalattoonni Tigiraay kurna kumaan laka’aman akka hiikaman akka hawaasi addunyaa dhiibbaa godhu waajjirri hariiroo alaa mootummaa naannoo Tigraay gaafatee jira. Gabaasaa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Dhalattoonni Tigiraay Smararaa Keessatti Qabamanii Jiran Haalli Isaanii Fooyya’eyyuu Guutummaatti Akka Hin Furamiin Dubbatu