Yunaayitid Isteetis Keessatti Gatiin Gurgurtaa Manaa Dhibbantaa 30’n Dabale  

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Yunaayitid Isteetis Keessatti Gatiin Gurgurtaa Manaa Dhibbantaa 30’n Dabale  

Ogeeyyin bittaa fi gurgurtaa manneenii akka jedhanitti, weera Koovid 19 booda haalli jiru ammallee gabaa bittaa fi gurgurtaa manneenii irratti dhiibbaa gochaa jira.

Dhaabbatni gabaa manneenii qoratu, kan as Yunaayitid Isteetis keessa jiru akka jedhutti gatiin manneenii ka waggaa lama dura ture irraa dhibba keessaa harka soddomaan dubale.