Dhalattoota Tigiraay Kuma Hedduu Murtii-seeraa Ala Hidhaman, Jedhaman Keessaa Kanneen Amma Hiikaman Maal Jedhu?

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Dhalattoota Tigiraay Kuma Hedduu Murtii-seeraa Ala Hidhaman, Jedhaman Keessaa Kanneen Amma Hiikaman Maal Jedhu?

Wal-waraansi Itiyoophiyaa keessaa magaalaa Finfinee dhaqqabuu baateyyuu, aangawoonni mootummaa bara dabre kaka’umsa sab-lammummaatiin, dhalattoota Tigiraay kuma hedduu murtii seeraa tii ala qabanii hidhanii turan – jedhan, gurmuuleen mirga namoomaa. Gabaasaan VOA, Henrii Wilkins, dhalattoota Tigiraay amma hidhaa dhaa hiikaman, haala isaan keessa darban haasofsiisuun Finfinnee irraa gabaasaa ergee jira. Caqasaa.