Barattoonni Yunivarsitiilee Keeniyaa Filannoo Dursuun Duula Nagaa Jalqaban  

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Barattoonni Yunivarsitiilee Keeniyaa Filannoo Dursuun Duula Nagaa Jalqaban 

Keeniyaa keessatti barattoonni Yunivarsitii, filannoon biyyaalessaa Hagayya 9 geggeessamuu dursanii, duula nagaa fi sagalee-kenninsaa guutummaa biyyattii keessatti jalqabanii jiran.

Kaayyoonsaa akka dargaggoonni hookkara yeroo filannootti hirmaachuu irraa of dhaabanii, filannoo irratti sagalee ofii kennan jajjabeessuuf akka tahe dubbatu – qindeessitoonni duulichaa.