Gareen Gargaarsa Baqattootaa Tokko Mootummaan Itiyoophiyaa Baqattoota Ertiraa Gara Daangaa Amaaraa fi Tigiraayitti Geesse Jedha 

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Gareen Gargaarsa Baqattootaa Tokko Mootummaan Itiyoophiyaa Baqattoota Ertiraa Gara Daangaa Amaaraa fi Tigiraayitti Geesse Jedha 

Gareen gargaarsa baqattootaa Reffiyuujii Internaashinaal jedhamu aanga’onni Itiyoophiyaa baqattoota Ertiraa magaala Finffinnee keessa turan 100 ta’an garaa mooraalee daangaa naannoo Amaaraa fi Tigraay jiranutti erguun isaanii akka isa yaaddesse ibsee jira