Mirgi Ulfa Baasuu Mana-murtii Yunaayitid Isteetisiin Ugguramuun Akka Bara Gabarummaa, Dubartoota Da’umsaaf Dirqisuu Mala: Qeeqxota  

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Mirgi Ulfa Baasuu Mana-murtii Yunaayitid Isteetisiin Ugguramuun Akka Bara Gabarummaa, Dubartoota Da’umsaaf Dirqisuu Mala: Qeeqxota

Kan bara Wal-waraansaa Yunaayitid Isteetis booda foyyessama heeraa biyyattii 4ffaa irratti hundaa’uudhaa kan bahe mirgi ulfa of-iirraa baasuu bara gabrooomfannaa nama hundaatiif walakkaa jaarraa tokkootiif hojjetaa ture.

Mirgi kun dhiheenya Mana-murtii Muummichaa Yunaayitid Isteetisiin gargalfamuun akka dubartoonni akka baroota gabrummaa sanaatti fedha malee ijoollee da’uuf dirqamuu malan, jedhan – qeeqxonni.