Muumichi-ministaraa Palastaayin Mohaammad Ishiteyaa haalaa nageenyaa Giddu-galeessa Bahaa, keessumaa waa’ee hariiroo Yunaayitid Isteetis fi biyyoottan Araabaa gidduu, akkasumas hariiroo biyyoonni Arabaa tokko tokko Isiraa’el wajjin qaban irratti Sagaalee Ameerikaaf ibsa kennanii jiru. Waayit Haawusitti, odu-gabaastuu VOA Paatsii Widaakus gaaffi fi deebii taasisanii hoogganicha Palastaayin waliin geggeessite haga tokko fudhannee jirra.
Your browser doesn’t support HTML5
Muummichi-ministaraa Palastaayin Hariiroolee Giddu-galeessa Bahaa Keessaa Irratti Sagalee Ameerikaaf Ibsa Kennan