Ambaasaddar Treesii Jaakobsan Adaamaa Daawwatan  

Your browser doesn’t support HTML5

Hoji-raaaw’achiistuun Embasii Yuunaaytid Isteetis Ka Finfinnee jiuu - Ambaasaadder Treesii Aan jaakobsen har’a magaalaa Adaamaatti kantiibaa magaalattii Obbo Hayiluu Jaldee wadaajoo waliin dhimma gargaarsaa, misoomaa fi nageenyaarratti mari’atanii jiru.

Ambaasaadder Tireesiin maree isaaniin boodas buufata laaboraatorii Adaamaa USAID’n ijaarames daawwatanii jiran.