Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaas, Feestivaalli Federeeshinii Ispoortii Oromoo Ameerikaa Kaabaas Gidduu Kana Goolabaman  

Your browser doesn’t support HTML5

Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaas, Feestivaalli Federeeshinii Ispoortii Oromoo Ameerikaa Kaabaas Gidduu Kana Goolabaman 

Shampiyoonaan Feederashiinii Atileetikis Aduunyaa As Yunaayitid Istetis kutaa Oregan, magaalaa Iyuujiin keesaatti guyyoottan 10’f geggeessamaa turee Dilbata dabre xumuramee jira.

Itiyoophiyaan seenaa dorgomichaa keessatti yeroo jalqabaatiif lammaffaa baateetti. Dorgomii kana irratii Atileetota dorgomanii moo’an keessa tokko Gootitoom Gebresillaasee fi haatii ishee VOA dhaaf ibsaa kennanii jiru.

Feestivaalli Feederashinii Isportii Oromoo Amerikaa Kaabaa, torban tokkoof kutaa Ministootaatti geggeessamaa tures xumuramee jira.