Kitaabni Seenaa Jireenyaa Abbaa Caalaa Lataa fi Qabsoo ABO’tti  Fuuleffatee Barreessame Eebbifame  

  • Namoo Daandii

Your browser doesn’t support HTML5

Kitaabni Seenaa Jireenyaa Abbaa Caalaa Lataa fi Qabsoo ABO’tti  Fuuleffatee Barreessame Eebbifame 

Kitaabni haaraan mata-dureen isaa “Jireenyaa fi Qabsoo ABO” jedhamu, ka miseensa hooggansa ABO duraanii, Obbo Abbaa Caalaa Lataan barreessame, torban darbe as Waashington Diisii keessatti eebbifamee jria.

Seenaa jireenyaa Obbo Abbaacaalaa fi qabsoo ABO isaan adda-durummaan itti hirmaataa baroota dheeraa dabarsanitti fuuleffatee barreeffame kitaabni kun. Namoo Daandii barreessaa kitaabichaa obbo Abbaa Caalaa Lataa fi namoota sirna eebba isaatti hirmaatan keessaa tokko tokko dubbisuun gabaasaa qindeesse caqasaa.