Teleskoopphiin Suuraalee Haawaarraa Kaasu Fooyya’ee As Bahuun Dhiheenya Oduu Addunyaa Ijoo Tahee Jira  

Your browser doesn’t support HTML5

Teleskoopphiin Suuraalee Haawaarraa Kaasu Fooyya’ee As Bahuun Dhiheenya Oduu Addunyaa Ijoo Tahee Jira 

Deemsaa qo’annoo hawaa Yunaayitid Isteetis keessatti dhiheenyaa kana odeeffannoon bahe, kan waa’ee teleskooppii fooyya’e bahu ibsu tokko ijoo dubbii adduunyaa ta’ee jira.

Taknooloojiin haaraan kun maaliif akka dinqisiifamee fi bu’aa isaa hayyuu Saayinsii hawaa tokko waliin nariin geggeessinee jirra.