Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa Ka Waggaa Digdamaa Gadii Kolombiyaa Keessatti Jalqabame 

FAAYILII - Almaaz Ayyaanaa, Olompikii Riyoo irratti

Shaampiyoonaa atileetikisii Adduunyaa kan atileetonii waggaa 20 gadii itti hirmaatan Wixata bhar’aa Kolombiyaa keessatti jalqabamee jira.

Atileetonni Itiyoophiyaa bakka-bu’an 19 dorgomiilee meetira 800 hanga 5000 jiranitti hirmaachuuf gara sanatti imalanii jiran. Guyyaa har’aa figichaa gufachiisoo meetrii kuma sadiitti kan gulaalaaf dorgoman Simboo Alamaayyoo fi Masarat Yeshaanewu ramaddii isaanii keessaa 1ffaa fi 2ffaa ta’anii xumuruun dorgommii itti-aanuuf darbanii jiru.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa Ka Waggaa Digdamaa Gadii Kolombiyaa Keessatti Jalqabame