Maadheeeen Waraanaa Ameerikaa Jeneraalota Durii Kabajuuf Hundaa'an Maqaa Haaraa Argachuuf Jedhu

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Maadheeeen Waraanaa Ameerikaa Jeneraalota Durii Kabajuuf Hundaa'an Maqaa Haaraa Argachuuf Jedhu

Maadheeleen waraanaa kutaalee Yunaayitid Isteetis adda addaa keessa jiran, kanneen duraan maqaalee aangwoota waraanaa biyyattii lammiilee adii qofatti moggaasamanii turan, amma maqaalee gad moojiilee waraanaa gurraachotaa fi sanyiiwwan biroo biyyattii keessa jiraniitti moggaasamaa jiran. Gabaasaa Dora Mekouar Tujubee tu dhiheessa.