Dorgomtuun filannoo prezidaantummaa, Raayilaa Odingaa, ba’ii filannoo hoogganaa Koomishina filannoo biyyattiin labsame fudhatama dhorkachuudhaan, “eenyu akka injifate labsiin labsame kan seeraa alaa ti,” jedhan. Koomishinni filannoo waa’ee ba’ii filannoo irratti addaan qoodamuu isaa fi hoogganaan koomishinichaa akkamitti ba’ii lakkoobsa sagalee ka xumuraa irra akka gahan ibsuu hanqachuu isaanii akka qabxiilee ijootti dubbatan – Mr. Odiingaan.
Ba'ii Sagalee Filannnoo Keeniyaa Mormiin Mudate
Your browser doesn’t support HTML5
Ba'ii Sagalee Filannnoo Keeniyaa Mormiin Mudate