Miidiyaan Tuuniziyaa Keessatti Walaba Tahee Turee Gara Ukkaamsamuutti Deebi’uun Baay’ee Yaaddessee jira

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Miidiyaan Tuuniziyaa Keessatti Walaba Tahee Turee Gara Ukkaamsamuutti Deebi’uun Baay’ee Yaaddessee jira

Warraaqsi bara 2011 Tuuniziyaa keessatti deemsisame akka waan preesii walabaa naannoo biyyoota Arabaa keessatti uumameetti ilaalamee ture. Har’a yeroo irreen-bultummaan mootummaa biyyattii irratti cime kanatti garuu, walabummaan yaada ofii ibsachuu fi mirgi sabaa-himaa biyyattii keessaa dhabamaa jiruutti yaaddoo qabu – qeeqxonni baay’een. Kun immoo, bara dukkanawaa biyyattiin dur keessa dabarteetti yaada namaa deebisaa jira jedha gabaasaa Liisaa Biraayaant, Tuunis irraa ergite.