Dhukkuboota Amerikaa Keessaatti Haaraa Argaman

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Dhukkuboota Amerikaa Keessaatti Haaraa Argaman

Dhukkuuba Mankii paax (Monkey Pox) jedhamuu fi dhukkuuba Lamsheessaa ykn Poliyoo kanneen Amerikaa keessatti haaraa argama keessaa ti.

Dhukkubii Mankii Paax sodaa fayyaa kan sadarkaa addunyaa ta'u jaarmayaan fayyaa addunyaa labsee jira.

Magaala Niiw Yoork keessatti immo namnii vaayrasii poliyoon qabame argamuu fi bishaan namoonni itti fayyadamanii fi kuufamee jiru keessaa vaayrasichi argamuu aangawoonni fayyaa kan magaala Niiw york ibsanii jiru.