Dargaggootaa fi Fayyadama Quunnamtii Marsaa Interneetii

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Dargaggootaa fi Fayyadama Quunnamtii Marsaa Interneetii

Dargaggoonni Yunaayitid Isteetis dirree feesbuukii irratti hirmaatan xiqqaachaa jiru jedhaa qo’annoon dhiheenyaa kana bahe. Gama biraan, biyya Indiyaatti keessatti akkaataa bittaa fi gurgurtaa ammayyaa dijitaaliin yokaan marsaa interneetiin geggeessamu gar malee babal’ataa jira.