Uummata Naannoo Tigiraay Miliyoona Toorbatti Tilmaamamu Keessaa Walakkaan Gargaarsa Nyaaataa Akka Barbaadu Himame

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Uummata Naannoo Tigiraay Miliyoona Toorbatti Tilmaamamu Keessaa Walakkaan Gargaarsa Nyaaataa Akka Barbaadu Himame

Keessaa Sagantaan Nyaata Addunyaa, wal-waraansa gara waggoota lamaa turee booda, lammiwwan Itiyoophiyaa naannoo Tigraay jiraatan keessaa kanneen walakkaa tahan gargaarsi nyaataa akka isaan barbaachisa jechuun ibsa baasee jira. Dhaabbatoonni gargaarsaa, aangawoonni mootummaa federaalaa Itiyoophiyaa gargaarsa gara Tigraayitti geessamu daangessaa jiru jedhan.

Rakkoon naannoo sana keessa jiru addunyaa irratti isa hamaa dha, Jaarmayaan Fayyaa Addunyaa