Gambeellaa Keessatti Uuammanni Kuma 106 Ol Balaa Lolaatiin Qe’ee Ofiirraa Buqqa’e

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Gambeellaa Keessatti Uuammanni Kuma 106 Ol Balaa Lolaatiin Qe’ee Ofiirraa Buqqa’e

Naannoo Gaaambellaa keessatti balaa lolaa torban kana keessa mudateen lakkoofsi namoota qe'ee isaaniirraa buqqaasamanii Kuma 106 ol gahuu Mootummaan Naannichaa beeksiseera.

Itti gaafatamaan Waajjira Hooggansa Sodaa Balaa Naannoo Gaambellaa, Gaatbeel Muun, roobni cimaa dheengadda roobe, kallattii lamaan lolaa cimaa uumuun, kanneen godinaalee lama keessa jirna - aanalee 8 keessatti qabeenyaafi beeyiladootarra miidhaa geessisee jira.