Godinaalee Hongeen Miidhe Keessatti Barattoonni Hedduun Barnoota Addaan Kutaa Jiran 

Your browser doesn’t support HTML5

Godinaalee Hongeen Miidhe Keessatti Barattoonni Hedduun Barnoota Addaan Kutaa Jiran 

Bara Barnootaa 2014 darbe kana Boorana qofaatti barattoonni kuma torbaa ol sababaa hoongeetin barnoota addaan kutuu waajjirri Barnootaa Godina Booranaa beeksisee jira.

Tesfaayee Welde Mikaayel, hoogganaan waajjira barnootaa kan Godina Booranaa, keessumaa maatiin barattootaa horii isaaniif marga barbaacha godaanuun barattoota aaddaan kutuu barattoota kanaaf sababaa isa guddaa dha, jedhu. Barattoonni naannoo horsiisee bulaa ammas bara barnootaa haaraaf rakkoo jabaatu nu eeggataa ka jedhan yoo tahu, Biiroon barnoota Oromiyaa ammoo furmaata qabatee dhufaa akka jiru hima.