Al-Shabaab Keeniyaa Keessatti Haleellaa Itti Fufuuf Dhaaadate

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Al-Shabaab Keeniyaa Keessatti Haleellaa Itti Fufuuf Dhaaadate

Kan Somaaliyaa keessa maadheffate fi Al-qaa’idaatti hidhata qabu – gurmuun finxaalessa Islaamummaa – Al-Shabaab biyya ollaa sana jirtu, Keeniyaa irratti doorsisa haaraa baasee jira.

Hanga loltoonni Keeniyaa Somaaliyaa keessaa bahanitti, haleellaa Keeniyaa keessatti geggeessu kan itti fufu tahuu akeekkachiise – Al-Shabaab.