Prezidaantiin Yunaayitid Isteetis, Joo Baayiden, haasawa miraa how’aan dhageessisaniin, sababaa warra paartii Ripaabilikaanii prezidaantii duraanii Traampiin deggeramanii, “Kanneen Dimookiraasii Ameerikaaf sodaachisoo” ittiin jedhaniif, Yunaayitid karaa qaxxaamuraa bala’amaa irra akka jirtu tu natti mul’ata – jedhan. Kanaaf eenyu akka itti gaafatama? Ka jedhus ifatti dubbatan – Baayiden. Gabaasaa Aniitaa Paawol, Bafiqaasuu tu dhiheessa.
Prezidaant Baayiden Ameerikaan Sababaa Doonaald Traampii fi Hordoftoonni Isaanii Ameerikaan Qaxxaamura Bala’amaarra Jirti Jedhan
Your browser doesn’t support HTML5
Prezidaant Baayiden Ameerikaan Sababaa Doonaald Traampii fi Hordoftoonni Isaanii Ameerikaan Qaxxaamura Bala’amaarra Jirti Jedhan