Briteen Mummitti Ministeeraa Haaraa Argatte

  • VOA

FILE - Liz Trass

Liz Trass hoggantuu paartii cichitootaa fi mummitti Ministeera Briteen ta’uun filatamuu isaanii paartii cichitootaa kan Briteen labsee jira.

Trass fi kan duraan ministeera maallaqaa turan Rashii Sunaak giddutti dorgommii cimaan gaggeeffamaa ture.

Mummichi ministeeraa Briteen Boris Jaansan baatii Adooleessa dabree aangoo gadhiisuuf akka jiran labsan.