Oromiyaa Keessatti Ajjeechaan Seeraa Alaa Lammiwwan Siivilii Irratti Raaw’atame, Jedha Dhaabbatni OLLAA Jedhamu  

Your browser doesn’t support HTML5

Oromiyaa Keessatti Ajjeechaan Seeraa Alaa Lammiwwan Siivilii Irratti Raaw’atame, Jedha Dhaabbatni OLLAA Jedhamu

Dhaabbannni deggersa hooggansaa fi mirga namoomaa, “Oromo Legacy Leadership and Advocacy Association” ykn “OLLAA” jedhamu ibsaa dhumaa ji’a Hagayyaa irra baaseen, ji’a Adoolessaa bara 2022 naannoo Oromiyaa bakkaawwan adda addaa keessatti ajjeechaa seeraa alaa humnoottan mootummaa Itiyoophiyaa raawwataniin lubbuun namoota hedduu dabree jira, jedhee jira. Himmaa OLLAA kanaaf, gama mootummaatii deebii argachuuf carraaqqiin taasisame haga ammaatti hin milkoofne.

Gabaasaa OLLAAn baase kana ilaalchisee daarektara dhaabbatichaa dubbisnee jirra.