Itiyoophiyaa Naannoolee Waraansatti Dhihoo Jiran Keessatti Ayyaaneffannaan Bara Haaraa Daangessamaa Ture, Jedhu Jiraattonni   

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Itiyoophiyaa Naannoolee Waraansatti Dhihoo Jiran Keessatti Ayyaaneffannaan Bara Haaraa Daangessamaa Ture, Jedhu Jiraattonni

Ayyaanni waggaa haaraa Itiyoophiyaa Dilbata dabree, sababaa wal-waraansi Kaaba biyyattii deebi’ee jalqabamee fi naannoolee wal-waraansatti dhihoo tahan keessatti sochiin namaa sa’atiin daangessameef, haala murtaa’aa keessatti ka ayyaaneffame ture.

Tahus garuu, mariin araaraa jalqabamuu mala oduun jedhu, jiraattootaaf abdii kennee jira – jedha, gabaasaan VOA – Henrii Wilkinsi Kombolchaa irraa