Ayyaanni Irreechaa Akka Lakkoobsa Itiyoophiyaatti Fulbaana 21 fi 22 Finfinnee fi Bishooftuutti Akka Kabajamu Labsame  

Your browser doesn’t support HTML5

Ayyaanni Irreechaa Akka Lakkoobsa Itiyoophiyaatti Fulbaana 21 fi 22 Finfinnee fi Bishooftuutti Akka Kabajamu Labsame

Ayyaanni Irreechaa ka bara 2015 Fulbaana 21 magaala Finfinnee Hora Finfinneetti, akkasumas borumtaa isaa gaafa Fulbaana 22 Bishooftuu Hora Arsadiitti kan kabajamu tahuu Gumiin Abbootii Gadaa beeksisee jira.

Gumiin Abbootii Gadaa kun har’a magaalaa Adaamaatti ibsa kan ibsa kenne yoo tahu, ayyaanichi nagaan akka kabajamu waamicha dhiheessee jira.