Saayintistiin Dhalata Itiyoophiyaa Meeshaa Ji’a Irratti Bishaan Agarsiisu NASA Keessatti Kalaqan Waa’ee Hojii Isaanii Ibsan  

Your browser doesn’t support HTML5

Saayintistiin Dhalata Itiyoophiyaa Meeshaa Ji’a Irratti Bishaan Agarsiisu NASA Keessatti Kalaqan Waa’ee Hojii Isaanii Ibsan 

Qo’annoo hawaa Yunaayitid Isteetis taasisaa jirti keessatti qoo’annoon ji’a irratti taasisamu isa tokkoo fi barbaachisaa dha. Kanaan walqabatee dhaabbatni hawaa biyyaalessaa ykn NASAn waa’ee kalaqa hayyuun saayinsii dhalootaan nama Itiyoophiyaa ta’an hojjetan dhiheenya odeeffannoo marsariitii isaa irratti maxxansee ture.

Meeshaan Doktoor Brihaanuu Taafesee Bulchaatiin hojjatame kun “Hetrodyne Spectrometer” kan jedhamu yoo tahu hojiin ji’a irratti bakka bishaan jiru adda baasee agarsiisuuf gargaara. Dhimma kana irratti Bafiqaaduun Dr. Birhaanuu bilbilaan argatee dubbisee jira