Sirni Gubaa Masqalaa Finfinneetti Geggeessamee Jira 

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Ayyaanni masqalaa bara kanaa Itiyoophiyaa fi Ertiraa keessatti kabajamaa jira. Gabaastuu VOA, kan Afaan Oromoo Finfinnee bakka sirni Damaraa yokaan Gubaa itti raaw’atametti argamte dubbisnee haala achi jiru gaafannee jirra.