Gubaan Yokaan Jalabultiin Ayyaana Masqalaa Adaamaatti Kabajamee Jira  

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Gubaan Yokaan Jalabultiin Ayyaana Masqalaa Adaamaatti Kabajamee Jira

Hordoftoota Amantaa Ortodoksii biratti ballinaan kan kabajamu ayyaanni fannoo as Magaala guddo Shawaa Bahaa Adaamaattis kabajamee jira. Jiraattonni magaalattii Addabaabaayii masqalaatti yaa’uun jalabultii ayyaanichaa bifa duudha, amantii fi aadaa isaaniin kabajanii jiran.