Dhukkuba Iboolaa Ugaandaa Keessaa

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Prezidaantii Ugaandaa Yuweerii Museveenii

Addunyaa irratti dhukkubonni daddarbaa hin taane midhaa guddaa geesisaa akka jiran Jaarmayaan Fayyaa Addunyaa gabaasee jira.Gama kaaniin, Dhukkubii Ibolaa Ugaandaa keessatti to’annaa jala oleera jedhu prezidaantiin biyyatti Yowerii Musevenii dubbatanii jiru. Waldaan ogeessoota fayyaa kan biyyatti garu yaaddoo akka qabu ibsa.