'IKOWAAS" Jila Isaa Gara Humna Burkina Faasoo Keessatti Fongolcha Mootummaa Deemsiseetti Ergaa Jira 

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

'IKOWAAS" Jila Isaa Gara Humna Burkina Faasoo Keessatti Fongolcha Mootummaa Deemsiseetti Ergaa Jira

Waldaan Hawaasa Dinagdee Biyyooota Afrikaa Lixaa 'IKOWAAS' kan waggaa tokko keessatti fonqolchi mootummaa marsaa lammataaf torban darbe keessatti geggeessame – Burkinaa Faasootti jila isaa ergaa jira.