Tajaajila Fayyaa Uummataa keenyaa ka Biyya Keessaa fi Alaa Irratti Hojjataa Jirra

  • Jaalannee Gammadaa

Your browser doesn’t support HTML5

Tajaajila Fayyaa Uummataa keenyaa ka Biyya Keessaa fi Alaa Irratti Hojjataa Jirra

Waldaan ogeessoota fayyaa oromoo kan idila addunyaa (IOHPA) dhiyeenya kana gumii isaa 5ffaa magaala seent pool kan kutaa Minisootaa keessatti gaggeessee jira.Waldaan kun hojii gaggeessaa jiru fi dhimmootii kana waliin wal qabatan irratti prezidaantummaa waldichaa marsaa dhumaa kan turan Dr. Abba shaamoo Leencoo Jallanneen haasofsiiftee jirti. .