Daldatoonni Guguddoon Afrikaa Kibbaa Meeshaalee Chaayinaatti Hirkachuu Hanqisuun Oomishaalee Biyya Keessaa Guddisuutti Fuula Deebifatan

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Daldatoonni Guguddoon Afrikaa Kibbaa Meeshaalee Chaayinaatti Hirkachuu Hanqisuun Oomishaalee Biyya Keessaa Guddisuutti Fuula Deebifatan

Daldaltoonni guguddoon Afrikaa Kibbaa oomishaalee uffataa biyya keessatti argaman fayyadamuudhaan meeshaalee Chaayinaa irraa galfaman irratti hirkachuu hir’isaa jiran. Kun qaama deemsa bal’aa oomisha huccuu biyya keessaa deebi’anii jajjabeessuu ti, jedhamee jira.