Wal-waraansa Itiyoophiyaa Kaabaa Nagaan Xumuruuf Yeroo Carraaqamaa Jirutti Wal-waraansichis Ittuma Fufee Jira 

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Wal-waraansa Itiyoophiyaa Kaabaa Nagaan Xumuruuf Yeroo Carraaqamaa Jirutti Wal-waraansichis Ittuma Fufee Jira 

Wal-waraansa waggoota lamman dabranii Itiyoophiyaa gama kaabaa keessatti taasifamaa jiru marii karaa nagaatiin xumuruudhaaf yaaliin taasisafamu itti fufee jira. Haleellaa xayyaaraa dabalatee wal waraansichi ammoo gama biraan akkuma itti fufetti jira. Kana ilaalchisuun, gabaasaa VOA - Freed Harter, Finfinnee irraa gabaasaa erge qabna.