Addi Bilisummaa Uummata Tigiraay Yeroon Hojii Ogeeyyii Idi-Addunyaa Dhimma Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa Qoratanii Dheereffamuu Simate   

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Addi Bilisummaa Uummata Tigiraay Yeroon Hojii Ogeeyyii Idi-Addunyaa Dhimma Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa Qoratanii Dheereffamuu Simate

Addi Bilisummaa Uummata Tigiraay, Gumiin Mirga Namoomaa Tokkummaa Mootummootaa, Koomishina ogeessota mirga namoomaa sadarkaa addunyaa haala mirga namoomaa Itiyoophiyaa qoratuuf yeroon hojii isaa waggaa tokkoof akka dheeratuuf murteessuu simatee jira.

Gumiin Mirga Namoomaa Tokkummaa Mootummootaa sun Jimaata darbe dha kan inni murtii kana sagaleedhaan dabarse.