OLLAA: Rakkoo Itiyoophiyaa Gama Kaabaa Qofa Irratti Fulleefachuun Furmaata Waaraa Biyyattiif Hin Argamsisu

  • Jaalannee Gammadaa

Your browser doesn’t support HTML5

OLLAA: Rakkoo Itiyoophiyaa Gama Kaabaa Qofa Irratti Fulleefachuun Furmaata Waaraa Biyyattiif Hin Argamsisu

Torban dabre Gamtaan Afrikaa wal dhibdee Itiyoophiyaa gama kaabaa furuuf mariin nagaa Afrikaa Kibbaa keessatti akka geggeessamu waamicha dhiyeesse mootummaan Itiyoophiyaas, humnootiin Tigraay simachuun ni yaadatama.

Dhimma kanaa fi ka biroo irratti dhaabbata "Oromo Legacy Leadership and Advocacy ykn OLLAA " jedhamuuf Daayreekteera olaantuu kan ta'an Seenaa Jimjimoo Jaallanneen haasofsiiftee jirti.