Maaraatoonii Jarman Atileetonni Keeniyaa Moo'an

Your browser doesn’t support HTML5

Maaraatoonii Jarman Atileetonni Keeniyaa Moo'an

Fiigichaa Maaraatoonii Dilbata Jarman Firaankfartitti Geggeessame Keeniyaan Dhiiraa fi Dubartiin Injifatte. Kaan ammoo tapha kubbaa miilaa adduunyaa Qaataar keessatti geggeessamu ilaallata.