Oomishtoonni Qonnaa Baala Shaayee Daran Guddachuuf Mootummaan Hanqinawwan Keenya Nuuf Guutuu Qaba Jedhu  

Your browser doesn’t support HTML5

Oomishtoonni Qonnaa Baala Shaayee Daran Guddachuuf Mootummaan Hanqinawwan Keenya Nuuf Guutuu Qaba Jedhu 

Ganna kurnan darban dura Godina Iluu Abbaa Booritti Qonnaan bultoonni omisha Baala shaayee lafa qonna isaaniirratti jalqaban, oomisha isaanii gatii madaaluun gurgurataa akka hin jirree fi dhiyeessii xaa’oo fi kaanis argachuu irratti rakkoon akka isaan mudataa jiru VOAtti himan. Mootummaan fala akka barbaaduuf gaafatataa jirra, jedhu – Qunnan-bultoonni kun. Biiroon Qonna Oromiyaa ammoo gaaffii qonnaan bultoota kanaa deebisuuf hojiittii akka jiru Sagalee Ameerikaatti hime.