Filannoo Ameerikaa fi Yaadaa Deeggaroota Paartilee Lameenii

  • Jaallannee Gammadaa

Your browser doesn’t support HTML5

Filannoo Ameerikaa fi Yaadaa Deeggaroota Paartilee Lameenii

Filannoon gidduu galeessaa ykn walakeessaa kan Yunaaytid Isteetis Kibxata har’a jechuun Sadaasa 8 bara 2022 gaggeeffamaa jira.

Deggertoota Paartii Ripaablikaanootaa fi Deemookraatootaa irraa lammiwwan Amerikaa hidda dhalata Oromoo qaban haasoofsiifne Jirra. Caqasaa