Qorannaan Dhukkuba Busaa Irratti Gaggeeffame Maal Agarsiisa?

  • Jaallannee Gammadaa

Your browser doesn’t support HTML5

Qorannaan Dhukkuba Busaa Irratti Gaggeeffame Maal Agarsiisa?

Dhaabbatii Yunaaytid Isteetis kan addunyaa irratti dhukkuboota biyyootii gammojjii keessatti beekaman ittisuu fi to'achuu irratti hojjatu dhiyeenya kana walgahii isaa kan waggaa si'atiil waashingtan keessatti gaggeesse ture.

walgahii kana irratti dhukkuuba Busaa ilaalchisee qorannaa gaggeessan kan dhiyeessan Dr. Lamuu Golaasaa, yunivarsitii Finfinnee keessatti instituuutii Akliluu Lammaa jedhamuuf hogganaa kutaa qorannoo ti.Jaallaneetu haasppfsisee.