Ministarri Dhimma Alaa Yunaayitid Isteets Keessummoota Hojii Kalaqaatti Bobba’an, Kanneen Gumii Waashingtonitti Hirmaachuuf Dhufan Simatan  

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Ministarri Dhimma Alaa Yunaayitid Keessummoota Hojii Kalaqaatti Bobba’an, Kanneen Gumii Waashingtonitti Hirmaachuuf Dhufan Simatan

Gumiin hoogganoota Afrikaa fi mootummaa Yunaayitid Isteetis as Waashington DC keessatti har’a jalqabeen wal-qabatee, Ministarri Dhimma Alaa Yunaayitid Isteetis Antonii Bilinken Wixataa kaleesaa galgala hirmaatota simatanii jiru. Haasaas taasisaniiru. Caqasaa.