Wellisaa Gebregzabher Gebretsadik Du’an Boqoteera

  • VOA

Ge

Weellisaan walleelee afaan Tigrinyaa beekamaan Gebregzabher Gebretsadik maqaa masoo Gere Hallo jedhamuun beekamu, kaleessa galgala dhukkuba hin beekamneen umurii waggaa 66tti du'aan boqotee jira.

Akka lakkoobsa Itiyoophiyaatti bara bara 1974 Asmaraatti muuziqaa kan eegale Gebregzabher aartii kana keessa kan ture yoo ta'u, albamii 10 ummataan ga’e jira.. Hiriyaan isaa dhiyoo Temesgen Demewez RSAtti akka himetti dhiheenya kana albamoota haaraa lama hojjechaa jira jira jechuu isaa Gebremikaa'el Gabramadin gabaasee jira.