Afrikaa-Taateewwan Ijoo Bara 2022

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Afrikaa-Taateewwan Ijoo Bara 2022

Filannoon, fonqolchii mootummaa, weerarri dhukkubaa fi haalli qilleensaa hamaan dhimmootii ijoo bara 2022 Afrikaa keessatti muudatan keessaa hanga tokko.

Rakkoon fageenya kiiloo meetirii kumaatamman laakkaawwamu keessatti uummame kan akka jijjirrama qilleensaatii fi waraanni Yukireen ardii kanarratti gaaga’ama hamaa geechiseera jedhan, hayyoonni. Gabaasa Assoshiyeetid Pires Jaalannee Gammadaatu dhiheessa.