Daandiin Qileensaa Ityoophiyaa Gara Magaalaa Maqaleetti Balalii Jalqabee Jira

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Daandiin Qileensaa Ityoophiyaa Gara Magaalaa Maqaleetti Balalii Jalqabee Jira

Daandiin qileensaa Itiyoophiyaa ji’oottan 18 darbaniifi sababa walwaraansaatiin kan gargar kutee ture balalii daladalaa naannoo Tigraay guyyaa har’aa muddee 28 bara 2022 magaala gudditti naannichaa Maqaleetti taasisuu yemuu jalqabuu imaltoonni buufataa Xiyyaaraa Booleetti argaman gammachuu isaanii ibsaa akka turan gabaasameera.

Imaltoonni maddii oduu Rooyoters haasofsiisee kan gammachuu isanii ibsan, ergaa walwaaransi jalqabamee as yeroo jalqabatiif akka maati isaanii dawwachuuf deemman ibsanii jiru.