Jireenya Ofii Jijjiruuf Murteessuun Tarkaanfii Isa Duraati. Hojii Irra Olchuun Sana Booda Dhufa

  • Jaallannee Gammadaa

Your browser doesn’t support HTML5

Umriin isaa 23 kan ta'e dargaggoo Naafii Guddinaa ijoollummaatti mana maatii ofii ba'e kaasee hanag ofii of danda'ee jjiraachu gidduu imala dheeraa fi muxannoo jireenyaa qabu irratti haasoofsiifne Jirra.