Dhukkuba Gifiraa fi Ittisa Isaa

  • Jaallannee Gammadaa

Your browser doesn’t support HTML5

Dhukkuba Gifiraa fi Ittisa Isaa

Itiyoophiyaa keessatti talaaliin farra dhukkuuba Gifiraa kennaamaa akka jiru ibsamee jira. Dhukkubnii Gifiraa maalii? mata duree jedhu irratti Jaallanneen Dr. Isaayyaas Kabbadaa Guddinaa Yunivarsitii Jimmaa irra haasoofsiiftee jirti.

Gara marii gaggeeffameetti dabarra.