Miidhaan Hongee Boorana Keessatti Daran Hammaatee Jira

Your browser doesn’t support HTML5

Miidhaan Hongee Boorana Keessatti Daran Hammaatee Jira

Roobi waggootaaf Booranatti dhabamuu hordofee ammas hoongeen godinichatti hammaataa akka jiru jiraattonni fi angawoonni VOA’tti himanii jiran. Ogeessi fayyaa dodinichaa VOA’f ibsa kennaniin amma beelli qaamolee hawaasaa keessumaa Jaarrolee fi daa’imman irra miidhaa geessisaa akka dubbatan. Jiraattonnis gargaarsi kennamaafii jiru xiqqaa tahuu dubbatanii godinni Booranaa namoota Kuma dhibba saddeetiif gargaarsa mootummaa federaalaa gaafatee akka jiru VOA’tti himee jira.